Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan qixa ba’an

Caamsaa 5, 2017 (FMC) –  Tapha piriimiyar liigii Itiyoophiyaa torbee  29ffaan kan waliin taphatan Magaalaan Dirredhawaa fi  Maqalee 70 Indartaan galchii 1:1’n walqixa ba’aniiru.

Magaalaa Dirredhawaaf HAbiib Kamaal tapha walakkaa 2ffaa irratti rukuttaa adabbiin galchii yoo lakkoofsisu, Maqalee 70 Indartaaf ammoo Yaareed Biraanuu lakkoofsiseera.

Comments (0)
Add Comment