Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 21ffaan bara dhufu naannoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti akka qophaa’uuf murtaa’e.
Pireezidaantiin Naannoo Guddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indashaaw Xaasew Aasxaa qophichaa Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaaf kennaniiru.
#Oromia #Ethiopia