Finfinnee, Adoolessa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2017 Piroojektoonni barnootaa 150 Birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman tajaajilaaf banaa ta’an jedhe bulchiinsi magaalichaa.
Manneen barnootaa haaraan 14, kan babal’ifaman 64 fi kutaalee barnootaa kumni 1 fi 655 dabalatee kutaaleen ICT, Yaalii, galmiwwan nyaata , manneen kitaabaa, dirreewwan Ispoortii, manneen qulqullinaa fi Bishaan dhugaatii hojjetamuun tajaajila eegaluu Kantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Hojii dhaloota ijaaruu hojjetamaa jiru kana keessatti qaamoleen hirmaannaa taasiftan hundi galatoomaa jedhan aadde Adaanech.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.