Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 oliin ijaaraman jiraattotaaf dabarfaman

Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay naannoo Somaalee Magaalaa Shabaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 oliin ijaaraman jiraattotaaf dabarsaniiru.

Manneen jireenyaa kunneen qaama Piroojektii namarratti xiyyeeffatanii ta’uun eerameera.

Xiyyeeffannoon mootummaa olaanaan badhaadhinaa hundagaleessa mirkaneessuu akka ta’e eeruu ragaan ministeericharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment