Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegale.
Pireezidaantiin naannichaa obbo Awwal Aarbaan gabaasa raawwii hojii bara 2017 yaa’ichaaf dhiyeessaa jiru.
Yaa’ichi guyyoottan lamaaf kan turu yoo ta’u, baajata bara 2018 dabalatee dhimmoota adda addaarratti mari’achuun ni raggaasisaan eegama.
Kaliifaa Kadirtu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.