Yaa’icharratti Pirezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badrii, Af-yaa’iin Mana Maree Naannichaa obbo Muhayaddiin Ahimadi fi hoggantoonni olaanoon naannichaa biroon argamaniiru.
Yaa’ii gaggeeffamaa jiruun, eegumsa aadaa , seenaa, afaanii fi eegumsa hambaa seenaa Hararii irratti akkasumas damee barnootaa keessatti afaan Hararii guddisuuf ji’oota jahan darban hojiileen hojjetaman ni gamaaggamamu.
Kana malees,marii miseensonni mana maree naannichaa ji’oota jahan darban filattoota waliin gaggeessanirratti gabaasni ni dhiyaata jedhameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.