Manni Marichaa Labsii Galii Gibiraa raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Galii Gibiraa Federaalaa foyya’uun dhiyaaterratti mari’achuun raggasiseera.

Manni Marichaa walga’ii ariifachiisaa 2ffaa  har’a gaggeesseen Labsii fooyya’ee dhiyaate kan raggaasise.

Zufaan Kaasaahuuntu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Comments (0)
Add Comment