Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) –Mariin ummataa “Labsiiwwan Gubaa Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun Magaalootaa fi Godinaalee Oromiyaatti garaagaraatti gaggeeffameera.
Waltajjiin marii uummataa kun kutaalee hawaasaa bulchiinsa magaalotaa fi aanaalee hirmaachiseera.
Haaluma kanaan Godina Boorana Bahaa fi Magaalaa Nageellee, Godina Baalee Magaalaa Roobee, Magaalaa Aggaaroo, Godina Iluu Abbaa Boorifi Magaalaa Mattuu, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo fi Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafootti gaggeeffameera.
Yaadaa fi Gaaffilee hirmaattonni kaasaniif hoggantoonni sadarkaan jiran ibsaa fi deebii laataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.