Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Ministirootaa fi Miseensota Paarlaamaa Itiyoophiyaa waliin wal arguu kootti gammadeera jedhan Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin.
Ministiri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin har’a walga’ii waloo 6ffaa waggaa 5ffaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii gaggeessanirratti argamuun haasawa taasisaniiru.
Haasawa Paarlaamaan booda Ministirootaa fi Miseensota Paarlaamaa Itiyoophiyaa waliin wal arguu kootti gammadeera jedhan.