Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Mahimmuud Taabiit Koomboon Finfinnee galan.
Ministirichi Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee kan galan.
Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministri Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraan simatamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.