Ministirri Muummee Baarbaadoos Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’aan

Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Baarbaadoos Miiyaa Mootaliin Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’aaniiru.

Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Miiyaa Mootaliin simachuun Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisaniiru.

Ministirri Muummee Baardaaboos Miyaa Amoor Mootileen Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf har’a Finfinnee galuun ni yaadatama.

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment