Finfinnee Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa cinatti dhimmoota gam hedduu dursi kennamuuf irratti mari’achuuf Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez waliin ganama har’aa wal arguu ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.