Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) –Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Noorweey Joonaas Gaahir Istar waliin mari’ataniiru.
Tumsa hojii eegumsa qabeenya qilleensaa, dhimmoota gam-hedduu xiyyeeffannoo barbaadan akkasumas carraawwan investimentii tumsa jiru cimsanii fi guddina waaraa fidan irratti mari’achuu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia