Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwannaa hojii guyyoota sadiif har’a Finfinnee galaniiru.
Kana hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baga nagaan gara bakka argama namaa Itiyoophiyaa dhufan jedhan Ministira Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiimiin.
Daawwannichi hariiroo fi tumsi biyyoota lamaanii guddachaa dhufuu agarsiiftuudha jedhan.
Daawwannaa yeroo murteessatti taasifamu ta’uu kaasan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.