Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 300 fi kuma 54 ol irratti Ruuziin misoomeera.
Oomisha bara kanaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 14 ol ni jedhan Bulchaan Godina Jimmaa obbo Tijjaanii Tamaam.
Aanaalee godinichaa hunda keessatti qonnaan bultootni Ruuzii oomishaa jiraachuu eeran.
Har’a hoggantootni godinichaa Ruuzii aanaa Shabee Somboo ganda Kiisheetti misoome daawwataniiru.
Warqaafarraaw Yaalawutiin
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.