Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Misoomni Koriidarii Dirre Dhawaa ummata magaalichaaf haala mijataa uumeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Iddooleen bashannanaa mijataan, miidhagina hawwataa fi bakkeewwan walgahii ummataa qulqullina fooyya’aa qaban Dhirreetti dhugoomuu ibsan.
Koriidarichi buufataalee Chaarjessa Konkolaattoota Elektirikaa magaalichaaf galii argamsiisan, Suuqiwwan, Kaafteeriwaan, akkasuma paarkiiwwan sadarkaa isaanii eeggatan kan guuttate ta’uu ibsan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.