Moorookoo fi Senegaal Waancaa Afrikaaf ni falmatu

Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Qopheessituun Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookoon Senegaal waliin Waancaa Afrikaaf har’a ni falmatu.

Taphichi halkan sa’aatii 4 irraa eegalee Moorookoo Istaadiyeemii Raabaat Piriinsi Mulaay Abdallaatti gaggeeffama.

Kaleessa galgala Tapha Sadarkaa taphatameen Naayijeeriyaan Ijipti injifachuun sadarkaa 3ffaan xumurteetti.

Taphni xumuraa waancaa Afrikaa 3ffaan qopheessituu Waancaa Afrikaa Moorookoo fi Seeneegaal gidduutti taphatama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment