Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinaagdee hogganee hawaasa hiyyummaa keessaa baasaa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Hojii waraaqsa diinagdee waggoottan darban hojjetamaa jiruun hawaasni irra fayyadamuu danda’eera jedhan.
Uummanni naannichaa sochii dinaagdee keessatti hirmaachaa jiraachuu kaasanii, dargaggootaaf carraa hojii gama uumuutiinis milkaa’inni argamuu ibsaniiru.
Kanaaf immoo warshaan oomisha dhugaatii Keenyaa agarsiistuu tokko ta’uu dubbataniiru.
Warraqsi dinaagdee Oromoo jalqabbiirra jira kan jedhan obbo Shimallis hojii jalqabame milkeessuuf hojii manee hedduun jiraachuu yaadachiisan.
Gammachuu Beekumaa gabaase
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.