Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Tapha mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Halkan sa’aatii 2:45 eegalee Arsenaal Leeverkusan waliin morkata.
Halkan sa’aatii 5:00 eegalee falmiin Maanchister Siitiin Riyaal Maadriid, akkasuma PSG’n ammo Cheelsii waliin taasisan xiyyeeffannoo argateera.
Sa’aatuma walfakkaatuutti Boodoo Gilimtii Ispoortiing waliin taphata.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.