Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Naannoon Somaalee baatiwwan 11’n darban galii Birrii biiliyoona 16 ol walitti qabeera jedha.
Naannichi baatiwwan 11’n darban galii Birrii biiliyoona 16 fi miiliyoona 400 walitti qabuu Hogganaan Biiroo Galiiwwanii Naannoo Somaalee obbo Mahaammad Abdiin Faanaa Diijitaaliitti himaniiru.
Bara kana Birrii biiliyoona 17 fi miiliyoona 600 walitti qabuuf karoorfamee hanga ammaatti Birrii biiliyoonni 16 fi miiliyoonni 400 walitti qabamuu dubbatan.
Yoonaas Geetinnatiitu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.