Naareendiraa Moodiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala diraa Abaaboo kaa’an

Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala diraa Abaaboo kaa’aniiru.

Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.

Daawwannichi hariiroo fi tumsa tarsiimawaa Itiyoophiyaa fi Hindiif boqonnaa haaraa kan bane, gara hariiroo tarsiimawaa olaanaatti kan guddisu ta’uu ibsame.

Mallattoo bilisummaa ummattoota gurraachaa kan ta’e Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Itiyoophiyaa fi Hindi hariiroo Dippiloomaasii, Diinagdee, Aadaa fi Teeknooliijiin biroon hariiroo bara dheeraa biyyoota qabaniidha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment