Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate.
Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan Hawaasaa fi Hadiyyaa Hoosaa’inaan Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti ni taphatu.
Sa’aatii 10:00 irraa eegalee ammoo Magaalaan Adaamaa fi Midra Gannat Shireen Istaadiyeemii Finfinneetti wal morkatu.
Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Bunni Sidaamaafi Magaalaan Shaggar ni taphatu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.