Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 14ffaan Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifateera.
Kabbee Buzunaan galchii daqiiqaa 12ffaarratti Nageellee Arsiif galcheen Midira Gannat Shiree galchii 1 fi 0’n injifateera.
Nageellee Arsiin walitti fufinsaan injifannoo 4 galmeessuu danda’eera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.