Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad obbo Addisuu Araggaa Ministira Qonnaa gochuun muudan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Obbo Addisuu Araggaa Ministira Ministeera Qonnaa gochuun muuduu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.
Obbo Addisuu Araggaan Sadarkaa Pireezidaantii Itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastara Baadiyyaa ta’uun hojjechaa turuun isaanii ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.