Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Tapha guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Dhiiraa Oromiyaa kan Tigraay injifateera.
Tapha nuusa xumuraa har’a sa’aatii 7:30 irraa eegalee taphatameen gareen Oromiyaa galchii 3 fi 1n Garee naannoo Tigraay injifateera.
Gammadaa Maammoo galchiiwwan 2 fi Abdii Humneessaan galchii 1 boqonnaa dura Naannoo Oromiyaaf lakkoofsisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.