Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC)- Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Sagantaa Maanifeestoo fi mallattoo filannoo beeksisuu gaggeessaa jira.
Sagantichi Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti gaggeeffamaa jira.
Mallattoon filannoo walii galaa kun bakka Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan, Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaloo Tafarraa, Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi Hoggantooonni olaanoo argamanitti gaggeeffamaa jira.
Baayiluu Baaneetu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.