Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
  • facebook
  • twitter
  • google_plus
  • Email
Welcome to Fana Media Corporation S.C

Humna Nagaa Ardii fi addunyaaf aarsaa kaffalaa jiru

Magaalaan Jimmaa kabaja Ayyaana Guyyaa Saboota, Sablammoota fi Ummattoota Ityoophiyaa 21ffaaf qophii duraa haala qindaa’een gaggeessaa jirti – Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar

Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaanonni karaa nagaa fi hirmaachisaa ta’een wal dhaggeeffatanuf carraa uumeera – Mana Maree Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Itiyoophiyaa

Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Amboo sanyii filatamaa boqqolloo baay’isaa ture qonnaan bultoota godina Shawaa Lixaaf raabsaa jira

Read more

Baatii Bitootessaa Galiin Birriin Biiliyoonni 27.1 walitti qabamuu ibsame

Read more

Godina Booranaatti damee albuudaatiin namoota kuma 15 oliif carraan hojii uumame

Read more

Dhaabbanni “Imagine One Day International” Godina Gujiitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise

Read more

Diyaaspooraawwan sagantaa ‘Iid hanga Iid’n gara biyyaa dhufan keessummeessuuf sochiin eegalame

Read more

Qonnaan bultootaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf adeemsi xaa’oo biyyoo buufatarraa geejjibsiisuu saffisaa jiraachuu ibsame

Read more

Baankiin Addunyaa lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 300 raggaasise

Read more

Manni Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 43 taasiifte

Read more

tyoophiyaatti tattaaffii Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf taasiifamu Kaanaadaan kan deeggartu ta’uu ibsite

Read more

Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite fudhatama hin qabu jette

Read more

Posts navigation

Previous Page 1 of 4181 … Page 2,532 of 4181 … Page 4,181 of 4181 Next
  • Fuula Duraa
  • Oduu
  • Dhugoomsa Ragaa
  • Biiznasii
  • Ispoortii
  • #
  • Teeknooloojii
  • Fayyaa
  • Language
    • አማርኛ
    • ትግርኛ
    • English
    • Arabic
    • አፋርኛ
  • Archive
    • October
    • November
    • December
View Desktop Version