BBCn dubbii MM FDRI Dooktar Abiy hin dubbanne akka dubbataniitti eeruun oduu sobaa tamsaasuun himame Read more
Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sakatta’insa yeroo adda addaa taasifamaa jiruun maatiin garee juuntaa ABUT badii raawwachuu socho’aa jiran namoonni 13 to’atamanii jiru Read more
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Liivar Puul Atlaantaan injifatame Read more
Daldaltoonni kuduraa fi muduraa Dirree Jaanitti akka hojjetan taasifaman dhiyeenyatti bakka isaaniif qophaa’e giddugala gabaattii ni naanneffamu Read more
Bulchiinsa magaalaa Sabbataa Ganda 04 Naannoo masjiidaa Mahaammad Rajaatti Fanjiin xamadamee eeruu ummataatiin fashalaa’e Read more
Profeesar Biiniyaam Daawwiit Mazmuur dhaabbata mootummoota gamtoomanitti miseensa koree mirgoota daa’immanii ta’uun irra deebiin filatame Read more