Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’an

Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’aniiru.

Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaanti Maakrooniin baga nagaan dhuftan jedhaniiru.

Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachuun, jijjiirama saffisaa Finfinnee galmeessaa jirtu dinqisiifachuu Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment