Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Godina Gujiitti ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Shaakkisoo eegalchiisan.
Sagantaa kana irratti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa obbo Masfin Xaasoo, hooggantoonni olaanoon Mootummaa Federaalaafi Naannoo, hawaasni godinichaa, Abbootiin Gadaa, haadholiin siinqee, Abbootiin amantaafi keessummaanni garaa garaa argamuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.