Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Mawuliidaa nagaan geessan jedhaniiru.

Pireezidaanti Taayyeen ergaa isaaniin, Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaa, waliif yaaduufi tokkummaa akka ta’u hawwaniiru.

Ayyaanni Mawuliidaa kumni 1 fi 501ffaan guyyaa har’aa kabajamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment