Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Koree Qaxxaamura Diimaa Idil-addunyaatti Daayrektara Naannawaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkoloolessa 16, 2019 (FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Koree Qaxxaamura Diimaa Idil-addunyaatti Daayrektara Naannawaa Afrikaa( ICRC) Maamaaduu Soowu fi jila isaanii waliin mari’ataniiru.
 
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen wayita kana tumsa waggoota dheeraa Korichi Itiyoophiyaa waliin qabuuf galateeffataniiru.
 
Tumsi dhimmoota namoomaarratti taasifamu cimee itti fufuu akka qabus ibsuusaanii ragaan Waajjira Pireezidaantii RDFI irraa argame ni mul’isa.
 
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa
Comments (0)
Add Comment