Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Goototaa 84ffaan Daalattii (Kiiloo 4) Siidaa yaadanoo goototaa biratti kabajamaa jira.
Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee, Pireezidaantii Waldaa gootota durii Lij Daani’eel Jootee, Gootonni, maatiin goototaa, ambaasaaddaroonni, miseensonni Raayyaa Ittisaa fi hoggantoonni mootummaa bakka argamanitti kabajamaa jira.
Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen siidaa yaadannoo goototaa jila Diraa Abaaboo kaa’aniiru.
#Oromia#Ethiopia