Pireezidaanti Taayyeen kabaja guyyaa bilisummaa Koomooroosirratti hirmaachuuf Koomooroos galan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen kabaja guyyaa bilisummaa Koomooroosirratti hirmaachuu Koomooroos magaalaa Mooroonii galan.

Pireezidaanti Taayyeen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Mootii Mooroonii Sa’id Ibraahiim gahan aanga’oota olaanoo biyyattiin simatamaniiru.

Koomooroos gita bittaa Faransaay jilaa kan baate Waxabajjii 29 bara 1967 yoo ta’u, boru waggaa 50ffaa ishee kabbajji.

Hoggantoonni biyyoota Afrikaa fi kanneen biroon saganticharratti hirmaachuuf Koomooroos galaa jiraachuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment