Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin boqotan

Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin umrii waggaa 82ffaa isaaniitti addunyaa kanarraa du’aan boqotan.

Muhaammaduu Buhaariin dhibee isaan mudateen yaalamaa turuun har’a Hositaala Landanitti boqochuu isaanii BBCn gabaaseera.

Muhaammaduu Buhaariin bara Faranjootaa 1983 hanga 1985 hoggansa waraanaa ta’uun kan tajaajilan yoo ta’u, 2015 hanga 2023tti ammoo Pireezidaantii biyyattii ta’uun tajaajilaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment