Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Umaaroo Siisookoo Embaaloon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan simataniiru.
#Oromia #Ethiopia