Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Obiiyaang Nuugeemiyaa Baasoongoon Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministira Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriisiin simatamaniiru.

Yaa’ii Idilee 38ffaan Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Guraandhala 8 – 9, 2017tti Finfinneetti taa’ama

Comments (0)
Add Comment