Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Israa’el Ayizaak Heerzoog Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, har’a ganama Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog Yaadannoo Injifannoo Adwaa fi seenaa Gootota biyyaaf aarsaa kaffalanii daawwachiiseera jedhan.
Kantiibaa Adaanech Abeebeen turtiin Pireezidaantichi Finfinneetti taasisan bu’aa qabeessa akka ta’uuf haawwii gaarii qaban ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.