Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indashaaw Xaasew Godina Halaabaatti biqiltuu duula guyyaa tokko dhaaban.
Hoggantoota olaanoo mootummaa naannichaa dabalatee kutaaleen hawaasaa adda addaa sagantaa kanarratti hirmaachaa jiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.