Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Rippabliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Taayye Atsiqasillaasee, ayyaana Iid Al-Faxir 1,447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.
Pirezidaantichi ergaa isaanii kanaan, ayyaanichi: Kan nagaa, Kan tokkummaa, Kan jaalalaa fi kan waliif yaaduu akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia