Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pirezidaantii Itti aanaan Kootidiivuwaar Ti’eemookoo Meeyli’eet Kooneen Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ti’eemookoo Meeyli’eet Kooneen wayita buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Boolee gahan Ministira Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan simatamaniiru.
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan mata duree ‘Dhiyeessii bishaanii itti fufiinsa qabuu fi sirnoota eegumsa qulqullinaa nageenyumaan isaa eegame mirkaneessuu, Milkaa’ina galmoota Ajandaa 2063’f’ jedhuun gaggeeffama.
Ashannaafii Shibbiruun.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.