Piriimeer liigii Ingiliiziin Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin qixa bahan

Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 27ffaa har’a taphatameen Biraayitan Bireentifoordi yoo injifatu, Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin qixa bahaniiru

Biraayitan galchii 2 fi 0’n Bireentifoordi yoo injifatu, Astoon ViilaanLiidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin galchii 1 qixa bahaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment