Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Piriimeer liigii Itiyoophiyaan Faasiil Machaal inijfate
By
Sifen Megersa
on March 12, 2025
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Itiyoophiyaa torbee 22ffaa har’a waaree booda taphatameen Faasiil galchii 4 fi 2n Machaal inijfateera.
Tapha biroon taphni Qidduus Giyoorgiis galgala sa’aatii 12:00 jalqabee Magaalaa Dirre Dhawaa Keessummeessu ni eegama.
#Oromia
#Ethiopia
Ispoortii
Share
Related Posts
Niwukaasil Yuunaayitid Maanchistar Siitii waliin…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa irratti hirmaate simatame
Yaavii Aloonsoon Riyaal Maadriid waliin gargar bahe
Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte
Morookoo 2-0 Kaameeruun
Taphoonni nuusa xumuraa waancaa Afrikaa har’aa eegaluun taphatamu
Nageellee Arsiin Midira Gannat Shiree injifate
Comments
(0)
Add Comment