Welcome to Fana Media Corporation S.C
Itiyoophiyaa Himna!
Welcome to Fana Media Corporation S.C
Piriimeer Liigii Oromiyaan Ginciin Magaalaa Dambi Doolloo injifate
By
Sifen Megersa
on December 23, 2024
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 3ffaan Magaalaan Gincii Magaalaa Dambi Doolloo injifate.
Kilabni Magaalaa Gincii galchii 1 fi 0n Kilaba Magaalaa Dambi Doolloo injifateera.
#Oromia
#Ethiopia
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf qophii dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii…
Magaalaa Finfinneetti Fooramiin Tuurizimii gaggeeffamuu eegale
Paartiin Simrat Filannoo Biyyaalessaa 7ffaarratti hirmaachuuf qophii taasisaa jira
Mootummaan gaaffii uummataa deebisaa Itiyoophiyaa badhaadhina hundagaleessaarraan ni gaha- Paartii Badhaadhinaa
Ministeerichi Konkolaattota, Doqdoqqeewwanii fi Paampiiwwan naannoleef raabse
Har’a Maanchiister Yuunaayitiid Boornimaawuuz keessummeessa
Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin hojiilee hawaasa gidduleeffatan hojjechuu cimsee itti fufa -Obbo Admaasuu Daamxoo
Comments
(0)
Add Comment