Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Guyyaa sa’aatii 9:00tti Bunni Sidaamaa fi Maqalee 70 Indartaan istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu.
Sa’aatii 10:00 irratti ammoo Nageellee Arsii fi Magaalaan Adaamaa istaadiyeemii Hawaasaatti taphatu.
Sadarkaa liigichaa Bunni Sidaamaa fi Qiddus Giyoorgis qabxii 12’n garaagarummaa galchiin adda ba’anii sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa irra taa’uun dursaa kan jiran yoo ta’u, Machaal 3ffaa ta’uun itti fufee jira.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.