Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Piroojektiin Madda Anniisaa Kooyishaa waggaan anniisaa Giigaa Waattii kuma 6 fi 344 maddisiisuun fedhii dhiyeessii anniisaa guutuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Piroojektiin naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa laga Oomoorratti ijaaramaa jiru kun fedhii dhiyeessii anniisaa Itiyoophiyaa guutuu keessatti piroojektii shoora olaanaa qabu ta’uu ibse Waajjirichi.
Waliigalaan waggaan anniisaa Elektirikaa Giigaa Waattii kuma 6 fi 344 maddisiisaa jedhame.
Dhiyeessii anniisaa babal’isuun cinaatti fedhii dhiyeessii Bishaan dhugaatii fi anniisaa haaromuun milkeessuu keessatti gahee olaanaa qabaachuus ibsame.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.