Preezdaantiin Paalastaayiin MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Paalastaayiin  Muhaamuud Abbaas Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.

Preezdaant Muhaammad Abbaas uummattootaa fi mootummaa Ityoophiyaaf yeroo jijjiirramaa fi badhaadhinaa akka ta’uu hawwii qaban ibsuusaanii ragaan waajjira Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment