Finfinnee, Caamsaa 23, 2017 (FMC) – Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a Istaadiyeemii Aliiyaanzi Areenaatti taphatameen PSGn galchii 5 fi 0n Intermiilaan injifateera.
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifateera.
Lafti seenaa Muunik bakka kilaboonni goonfoo jalqabaa itti goonfootan ta’uun seenaa galmeessuu itti fufeera.
#Oromia #Ethiopia