Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa

Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) –Qaammeen 2 Guyyaan Gamtaa har’a mata duree ‘Heddumminni miidhagina Itiyoophiyaati’jedhuun kabajamee oola.

Guyyaa Gamtaa kana hojiin tola ooltummaa walummaa Itiyoophiyaa mul’isan ni raawwatamu.

Dhaabbilee fi namoonni dhuunfaan kan qaban waliif qooduun guyyaa walummaa itti agarsiisadha.

Lammiilee harka qalleeyyii deeggarsa barbaadaniif deeggarsi ni taasifama.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment