Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate.
Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har’a galchii 2 fi 1n Baarseloonaa injifate.
Kana hordofee Riyaal Maadriid qabxii isaa 27’n gahachuun laaligicha garaagarummaa qabxii 5’n dursuu eegaleera.
#Oromia #Ethiopia